Kaayyoon keenya magaalota naannoo Oromiyaa ammayyeessuun misooma ariifataa fidun jireenya ummata foyyeessuudha. Tattaaffii kanaanis ummanni magaalaa dinagdeen badhaaadhe fi gara sadarkaa galii giddu galeessaatti akka ceesissuuf kaayyeffanne hojjecha jira. Qabeenya dilbii magaalonni qaban itti fayyadamun akka misooman fi giddugala badhaadhinaa akka ta’aniif qooda fudhattoota qindeessuun waliin taanee Oromiyaa badhaate ijaaruu ni hojjena. Galatoomaa!
Hogganaa BMMMO
Meet our dedicated deputy head office team
I/H/B fi Damee Tajaajiilaa
I/H/B fi Damee Misooma Magaalaa
I/H/B fi Qophii Dizaayinii fi Bulchiinsa Kontiraataa
Explore our ongoing and completed housing projects
Misooma Koridaara Magaalaa Jimma...
Magaalaa Jimma
Misooma Koridaara Magaalaa Roobee...
Roobee
Mana Qusanna Magaalaa Jimma...
Jimma
Stay updated with our latest announcements and news
Stay updated with our latest announcements and news
Mana jireena Magaalaa Adaamaa-.Andoodee...
By Ahmed Mohammed on Feb 2, 2026
Leenjii Haaromsa Aadaa irratti Hojjettoota Biiroo Misooma Magaalaa fi Manneenii Oromiyaaf kenname...
By Ahmed Mohammed on Feb 2, 2026
Magaaloonni Oromiyaa jireenyaaf mijataa akka ta'aniif hojiilee damee hedduun eegalaman cimanii itti fufu jedhe Biiroon M...
By Admin Admin on Nov 19, 2025
Join us in our upcoming events and activities